Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensicha gabaasni CNN sobaa jechuun gabaasicha morme

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee waraanaa imalchisuu hordofee gabaasa CNN dhiyeessee odeeffannoo sobaati jechuun ibsa baaseera.

Daandiin qilleensa Ityoophiyaa minseensaa ATN fi Istaar Aliyaans ta’uun biyyoota Afrikaa fi biyyoota addunyaaf tajaajila geejjiba qilleensa mijataa laachaa turu ibsameera.

Daandiin qilleensichaa meeshaalee waraanaa fi meeshaalee hin eyyamamnee imalchiiseera jechuun odeeffannoo CNN tamsaasee yakka ta’uu ibsuun daandiin qilleensichaa meeshaalee tarreeffamaan kan hin imalchifnee ta’uu ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.