Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota A350 – 900 11 bituuf Eer Baas waliin waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Waliigaltee Xiyyaaroota A350 -900 11 bituuf dandeessisu Dhaabbata Oomishaa Eer Baas waliin mallatteesseera.

Waliigaltichi dabalataan Xiyyaaroota 6 filannoon bituuf waliigaltee dandeessisu kan of keessatti hammate ta’uu ragaan Daandii Qilleensichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.