Fana: At a Speed of Life!

Damee geejjibaa teeknooloojiin deeggaruun odeeffannoo daandiiwwanii kan dhiyeessu hojii Sooftiweerii odeeffannoo eegale

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) -Damee geejjibaa teeknooloojiin deeggaruun odeeffannoo daandiiwwanii kan dhiyeessu hojii Sooftiweerii odeeffannoo eegaluu Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawiit Mogas beeksisaan.
Sanadoota raawwachiisa riifoormii misooma daandii fi bu’aa qorannoo xumurame irratti Ministira Geejjibaa aadde Daagimaawiit Mogas dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatu bakka argamanitti mariin gaggeeffameera.
Waltajjichaan odeeffanno damichaa teeknooloojiin qajeelfama dhiyaatuu fi bu’aan irra ga’ame ifoomeera.
Wayita kana Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawiit Mogas Damee geejjibaa teeknooloojiin deeggaruun odeeffannoo daandiiwwanii kan dhiyeessu hojii Sooftiweerii odeeffannoo eegaluu kan beeksisan.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.