Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoota naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dargaggoota naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira.

Raayyaa ittisa biyyaatti makamuun daangaa biyyaatti eeguuf feedhiisaani kan ibsan dargaggoonni kumni 4 oliif gaggeessaa taasifamaa kan jiru.

Mootummaan naannichaa raayyaa ittisaaf meeshaalee garagaraa fi maallaqaa deeggarsa taasisuu ragaan waajjiira kominikeeshinii mootummaa naannichaarra argamee ni muul’dhisa.

Deeggarsa hooloota 300, re’oota 300 fi sangoota 250 waliigala Birrii miiliyoona 50 kan taasisee yoo ta’u, naannichi yeroo itti aanuutti deeggarsa barbachisuu hundaa taasisuuf qophii ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.