Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Jilli Ityoophiyaa hawaasa Ityoophiyaa Niwuyoorkii fi naannichaatti argamaniif ibsa taasise

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Jilli Ityoophiyaa hawaasa Ityoophiyaa Niwuyoorkii fi naannichaatti argamaniif ibsa taasise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Jilli Ityoophiyaa hawaasa Ityoophiyaa Niwuyoorkii fi naannichaatti argamaniif duula olantummaa seeraa naannoo Tigiraayitti mootumman fudhachaa jiru ilaalchisuun ibsa taasiseera.
Hirmaattoonni sababa duula olaantummaa seeraan kutaalee hawaasaa buqqa’an deebisanii dhaabuu fi maatii isaanii dhaban deeggaruuf waadaa seenaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.