Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Preezdaant Fiiliiks Sisheekediin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftan jedhan

Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Muummeen Mnistiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaant Fiiliiks Sisheekediin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftan jedhaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Ffuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, Mariin Hidha Haaromsaa Guddichi bu’aa gaarii akka argamsiisu gumaacha gaarii gootaniif isinin galateeffadha jedhaniiru.

Ityoophiyaan waliigaltee hundumaaf barbaachisuufi fayyadurra gahuuf, adeemsa Gamtaa Afrikaatiin durfamu hordofuuf kutannoo qabdu itti fuftis jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.