Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Biraaziil waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Biraaziil Jaandiir Feeriraa waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin, dhimmoota asiidummaa biyyeefi gabbina biyyeerratti waliigalteerra gahuu ragaan Ministeera Qonnaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.