Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Yiliqaal Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin magaalaa Bahaardaaritti mari’ataniiru.
Qaamoleen lameen dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’achuu AMCn gabaaseera.
Dooktar Yiliqaal hawaasni idil addunyaa lammiilee sababa haleellaa garee shororkeessaa ABUTtiin miidhamaniif deeggarsa namoomaa dhiyeessuu akka qabu gaafataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.