Fana: At a Speed of Life!

Duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata miidhaa irra baraarudha. – Mana maree federeeshinii

Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Af-yaa’iin Mana Maree federeshinii obbo Adam Faaraah duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata miidhaa irra baraaru ta’uu ibsaniiru.

Af-yaa’iin Mana Maree federeshinii obbo Adam Faaraah kana kan jedhan bulchitoonni naannoo fi magaalaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu waliin wayita marii taasisanidha.

Gareen ABUT miidhaan Raayyaa Ittisa Biyyaa irraan ga’e gochaa badii ta’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.