Fana: At a Speed of Life!

Eeyyaamni Teeleekom Safaariikoom Ityoophiyaaf kenname ramaddii tajaajila ummataa filatamaan injifataa ta’e

Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) –Adeemsi eeyyamaa Tajaajila Teelekominikeeshinii Safaariikoom Ityoophiyaa, Dhaabbataa Badhaasaa Ingiliziin injifataa bara 2022 ta’uun filatameera.
Ministeeraa Maallaqaa fi Abbaa Taayitaa Kominikeeshinii Ityoophiyaan kan hogganamuu fi damee teelekoom dorgommiif banaa gochuun, adeemsi eeyyama kennuu tajaajila teelekominikeeshinii Safaariikoom Ityoophiyaaf kenname, ramaddii proojektii tajaajila ummataa ta’uun badhaasa dhaabbilee deeggartoota misoomaa Ingiliziin, injifataa ta’uu eerameera.
Adeemsi kenniinsa eeyyama tajaajila teelekoomii bara faranjootaa 2022tti injifataa ta’uun kan filataman, damee inarjii, bishaaniifi teelekoomiin yoo ta’u, badhaasichis Ministeera Maallaqaaf arjoomameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.