Fana: At a Speed of Life!

Egzibiishiniin qabeenya tuurizimii Beeniishaangul Gumuuz beeksisu baname

Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Beenishaangul Gumuuzitti qabeenyaa damee hedduu argaman beeksisuuf egzibiishiniin qophaa’ee banameera.

Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuuz Obbo Ashaadilii Hasan fi Ministirri Ministeeraa Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caalii egzibiishinicha bananiiru.

Guyyaan Tuuriizimii 35ffaan Magaala Asoosaatti kabajamaa jira

Egzibiishiniin guyyaa tuuriizimii ilaalchisuun baname kun qabeenya umamaa, seenaa qabeenyaa namtoolchee fi kanneen biroon argisiisaaf kan dhiyaatan yoo ta’u, hirmaattota sagantichaan daawwatamuu ragaan kominikeeshinii naanichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.