Fana: At a Speed of Life!

Embaasiin Raashiyaa meeshaalee qorannoo maariyyee jaldeessaa 500 Inistiitiyuutichaaf kenne

Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Embaasiin Raashiyaa meeshaalee qorannoo dhibee maariyyee jaldeessaa 500 Inistitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophyaaf kenne.

Meeshaaleen qorannoo kunneen giddugala qorannaa fi qo’annoo vaayirooloojii fi baayooteeknoolojii Raashiyaatti kan oomishaman ta’uun ibsameera.

Sirni walharkaa fuudhinsaa bakka bu’oonni Hospitaala Baalchaa fi Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa bakka argamanitti gaggeeffamuu ragaan Embaasii Raashiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.