Fana: At a Speed of Life!

Fayyadamtoonni Awtoobisii paabiliki sarvisii harka isaanii keemikaalaan akka qulqulleefataniif qophiin xumuramuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Fayyadamtoonni Awtoobisii paabiliki sarvisii harka isaanii keemikaalaan akka qulqulleefataniif qophiin xumuramuu ibsame.

Fayyadamtoonni Dhaabbata Tajaajjila Geejjibaa Hojjettoota Paabiliki Sarvisii vaayrasii koroonaa ittisuuf jecha gara Awtoobisootaatti wayita seenaan saamunaa qulqullinaan harkaan isaanii akka qulqulleeffatan taasisuuf waan barbaachisu hunda guutuu isaa Ministeerri Geejjibaa beeksiseera.

Dabalaatan hojiin qulqullinaa Awtoobisootaa hojjetamuus ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.