Fana: At a Speed of Life!

FBC’n Istuudiyoo haaraa ijaarsise eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Istuudiyoo Haaraa ijaarsise eebbisiise.

Saganticharratti, qondaaltonni olaanoo mootummaa, hoggantoota boordii FBC fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Istuudiyoon kun sagantaalee bashannanaa fi waltajjiiwwan hirmaachisoon kan keessatti keessummeeffaman ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.