Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi kiiloo meetira 5 dubartoota Kuma 15 hirmaachise gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Dubartoonni kuma 15 ol kan irratti hirmaatan fiigichi kiiloo meetira shanii “Dubartootaaf dursa” Marsaa 21ffaan Finfinneetti gaggeeffame.

Mata duree “Dandeettii Dubartootaa haa deeggarru; jijjiirama haa saffisiisnu” jedhuun gaggeeffameera.

Dorgommicharratti Atileetonni, Ambaasaaddaroonni fi kanneen biroon hirmaataniiru.

Dorgommicharratti sadarkaa 1ffaan kan xumure Birrii Kuma 70, Sadarkaa 2ffaa Birrii Kuma 45 akkasumas sadarkaa 3ffaaf Badhaasni Kuma 30 qophaa’uun ibsameera.

Warqinash Gaashaawutu gabaase.

#Oromia #Ethiophia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.