Fana: At a Speed of Life!

Fiilmii Saayinsaawaan ‘Astawuloot’ jedhamu eebbifame

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Fiilmii Saayinsaawaan seenaa dhugaarratti hundaa’e ‘Astawuloot’ jedhamu eebbifameera.
Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hooggantoonni mootummaa olaanoon sagantaa eebba fiilmichaarratti argamaniiru jedhame.
Fiilmicha Inistiityuutiin Intelajansii Artefishaalii Itiyoophiyaa Piroodaakshinii Fiilmii Sawanyaa fi Intarteyimantii waliin kan hojjetan ta’uu Daayrektarri Olaanaan Inistiityuutin Intelajansii Artefishaalii Itiyoophiyaa Injiinar Warquu Gaachanaan dubbataniiru.
Fiilmii kanarratti artistoonni hangafoonni hirmaachuu fi Mikaa’eel Miliyoon daayreekti gochuu eerameera.
Qiddisti Abaatatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.