Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhataa jiru

Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhachaa jiraachuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa beeksiseera.

Koorniyaa lamaaniinuu guddattoonni umriin isaanii waggaa 9 – 17tti jiran leenjicha fudhachaa jiraachuu eerameera.

Gosoota Ispoortii 23 akkaataa fedhii fi ga’umsa isaaniin leenjicha leenji’aa jiraachuu biirichatti Daayrektarri Barnoota Ispoortii fi Leenjii Obbo Goosayee Alamaayyoon ibsuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.