Fana: At a Speed of Life!

Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.

Garichi paarkoota uffataalee, qorichootaa fi  Ayisiitii daawwateera.

Gara fuladuraattis dameewwan garagaraarratti akka hirmaatan
ragaan Koomishinii Invastimanti Ityoophiyaa irraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.