Fana: At a Speed of Life!

Gareen dizaayinii Wancii, Gorgoraa fi Kooyishaa qabeenya umaamaa muul’dhif hojii bu’a qabeessaa raawwataniiru-Dooktar Abiy

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad gareen dizaayinii Wancii, Gorgoraa fi Kooyishaa qabeenya umaamaa muul’dhisuuf hojii bu’a qabeessaa raaawwachusaanii ibsaniiru.
Guyyaan maaddiin biyyaa dhiyaachaa jiraachuu kan ibsan Dooktar Abiy, qaamolee proojektoota kanneen irratti Ashaaraa isaani ka’aan galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.