Fana: At a Speed of Life!

Gareen Tiyaatiraa fi muuziqaa Izii Lixaa adda waraanaa Maayitsabiriitti hojii muuziqaa dhiyeessan

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gareen Tiyaatiraa fi muuziqaa Izii Lixaa adda waraanaa Maayitsabiriitti hojii muuziqaa dhiyeessaniiru.

Gareen kun adda waraanaa Maayitsaabiriitti argamuun hojii muuziqaa kan dhiyeessaa jira.

Waltajjachirratti hoggantoonnii fi miseensoonni raayyaa ittisa biyyaa argamaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.