Fana: At a Speed of Life!

Gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun itti fufa jedhame

Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa gatii amma jiruun akka itti fufu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawa beeksise.

Ministeerichi ibsa Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiif ergeen, gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa hanga Ebla 30, 2015tti gatii baatii Bitootessaa gurguramaa tureen akka gurguramu eereera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.