Fana: At a Speed of Life!

Gatiin gurgurtaa boba’aa qinxaaboo haalumaa baatii Fulbaanaan itti fufa jedhame

Finfinnee, Onkololeesa 6, 2016 (FBC) – Gatiin gurgurtaa boba’aa qinxaaboo haalumaa baatii Fulbaanaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksiseera.

Onkololeessa 6, 2016 halkan sa’aatii 6:00 eegalee haaluma Baatii Fulbaanaa keessa gurguramaa tureen akka itti fufu murtaa’uu ibseera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.