Fana: At a Speed of Life!

Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame

Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa akaakuu hunda haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Guyyaa boruu eegalee Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa akaakuu hunda haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerichi Ibsa Faanaa Biroodkaastiingi Korporeetiif ergeen himeera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.