Fana: At a Speed of Life!

Godinaaleen garaa garaa Manneen Barnootaa bultii Addaa WMOf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Godinaaleen Oromiyaa garaagaraa manneen barnootaa bultii addaa Waldaa Misooma Oromiyaa’f deeggarsa taasiisaniiru.

Godinaaleen Arsii lamaan, Jimmaa fi Harargee Lixaa manneen barnootaa bultii addaa Waldaa Misooma Oromiyaaf deeggarsa Sangootii, midhaan nyaataa fi kanneen biroon taasiisaniiru jedhame.

Walitti Qabaan Boordii Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa fi hoggansa waldichaa deeggarsichi bakka bu’oota hawaasaa deeggarsa laatanirraa fudhachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.