Fana: At a Speed of Life!

Gujii Lixaatti dhaabbiin bunaa jalqabsiifame

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) –Aanaalee godina Gujii Lixaatti kilaasterri dhaabbii bunaa jalqabameera.
Biqiltuun bunaa miiliyoonni 2 fi kumni dhibbi 8 kilaastara qofaan kan dhabbatu ta’uu dursaan garee misooma bunaa fi mi’eessituu godina Gujii Lixaa obbo Muktaar Heebboo himaniiru.
Qonnaan bultoonni buna kilaasteraan oomishuun bu’aa caalaa argachuuf akka abdatan dubbatan.
Akka OBN gabaseetti godinichaatti aanaalee 5 keessatti dhaabbiin biqiltuu bunaa kilaasteraan dhaabuuf aanaa Bulee Horaatti eegalameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.