Fana: At a Speed of Life!

Haala balaa roobni Arfaasaa qaqqabsiisu dandamachuun danda’amurratti mariin gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti haala balaa roobni Arfaasaa qaqqabsiisu dandamachuun danda’amurratti mariin gaggeeffameera.

Yaa’iin idilee koree olaanaa deebii laataa hongee naannoo Somaalee gaggeeffameera.

Waltajjichaan haala hongee fi balaa roobni Arfaasaa qaqqabsiisuu dandamachuun danda’amurratti mari’achuun ibsameera.

Hojii mootummaan dhiyeessii deeggarsa namoomaa bakkeewwan garaagaraatti eegale  cimee itti fufuu akka qabu, balaa rooba arfaasaan mudachuu danda’urratti hubannoo hawaasaa guddisuun barbaachisaa ta’uu fi haal-dureewwan eegalaman cimanii itti fufuu akka qaban irratti waliigalamuu ragaan Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.