Fana: At a Speed of Life!

Hinditti torbee tokko keessatti namoonni miiliyoonni 1.7 vaayrasii koroonaan qabamu ibsame

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Hinditti torbee tokko keessatti namoota miiliyoona1.7 vaayrasii koroonaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 15 fi 100 darbuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiise.
Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti qofa namoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 14 fi 188 dhibichaan yoo qabaman, lubbuun namoota kuma 3 fi 915 darbeera.
Waliigala hanga ammaatti namoota miiliyoona 21 fi kuma dhibba 4 fi kuma 91 fi 598 vaayrasichaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma dhibba 2 fi kuma 34 fi 83 darbuu Ministeerri Fayyaa Biyyattii beeksiiseera.
Maddi:-Al jazeera
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.