Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan xumuramuu poolisiin beeksiise

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan xumuramuu Komishinii poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa fi Guutinsa Bishaanii Hidha Haaromsaa milkiin xumuramuu isaa gammachuu qaban ibsachuuf gaggeeffame rakkoo tokko malee nagaan xumuramuu komishinichi ibseera.
Komishinichi qaamolee hiriirri kun nagaan akka xumuramu qooda qaban hunda galateeffateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.