Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa MM Dr Abiy Ahimad magaalota addaddaatti gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad magaalota addaddaatti gaggeeffame.
 
Jiraattotni magaalaa Haramaayaa fi aanaa Haramaayaa hiriira deeggarsaa ba’aniiru.
 
Bifuma walfakkaatun jiraattonni godina Arsii Lixaa fi magaalaa Shaashamannee, deeggarsa muummee ministiraa fi jijjiirramaaf qaban ibsataniiru.
 
Godina Buunoo Beddellee, magaalaa Beddelleettis hiriirri deeggarsaa muummee ministiraatif qophaa’e ba’ameera.
 
Magaalaa Gaambeellaattis hiriirri deeggarsaa qaamolee hawaasaa addaddaa hirmaachise gaggeeffameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.