Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Afrikaa rakkoo ardiif furmaata ardii qopheessuu qabu – Obaasaanjoo

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa rakkoo ardichaaf furmaata ardii qopheessuu qabu jedhan Pireezidaantiin Naayijeeriyaa Duraanii Oliiseeguu Obaasaanjoon.

Barattoonnii fi dargaggoonni biyyoota Afrikaa garaagaraarraa walitti babba’an Mana Kitaaba Pireezidaanti Oliiseenguu Obaasaanjoo daawwataniiru.

Rakkoon Afrikaa keessatti uumamu kan humna Afrikaanootaa ol ta’e hin jiru jedhan daawwannicharratti haasawa taasiisaniin.

Afrikaanoonni rakkoo keessoo isaaniif furmaata keessoo qopheessuu qaba jedhan.

Rakkoon ABUT fi mootummaa Itiyoophiyaa gidduutti uumamee ture gamtaa Afrikaan hiikkachuun Afrikaanoonni rakkoo isaanii ofiin furachuu akka danda’an fakkeenya gaarii ta’uu kaasuu isaanii ‘The Guardian’ gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.