Fana: At a Speed of Life!

Hojiin naannoo Tigraay deebisaanii ijaaruu koree labsii yeroo ariifachiisan hojjetamu cimee itti fufa – Dooktar Abiy

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka argamanitti hojiileen naannoo Tigraay deebisanii ijaaruu hojjetamanii fi tarkaanfii gara fuuladuraa ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Dooktar Abiy koree labsii yeroo ariifachiisaa fi bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin hojiilee hojjetamaanii fi tarkaanfii gara fuuladuraarraatti marii taasiisaniiru.
Har’aa eegalee koreen labsii yeroo ariifachiisaa naannichaa dursummaa jeneraal Yohaannis Gabramasqaliin hojiin targabbeessuu fi deebisanii ijaaruu kan itti fufu ta’uu Dooktar Abiy Fuula Tiwiitarii isaanii ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.