Fana: At a Speed of Life!

Hooggansiifi hojjattoonni Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa RIB’f dhiiga arjooman

Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Hooggansiifi hojjattoonni Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa aantummaa Raayyaa Ittisa Biiyyaatiif qaban dhiiga arjoomuun argisiisuu ibsame.

Waajjirichi gara fulduraattis, dhimmoota barbaachisoo ta’an hundaan Raayyaa Ittisa Biiyyaa cinaa kan dhaabbatu ta’uu ragaan waajjiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.