Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi iddoo konkolaataa dhaabbii Paarkii Inxooxxoo xumurame

Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Dhiyeenya ijaarsisaanii kan eegalee iddoo konkolaataa dhaabbii Paarkii Inxooxxoo xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’uu Abbaa Taayitaa daandiiwwan magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Proojektiin kun iddoowwan konkolaataa dhaabbii 3 kan qabu yoo  ta’u, lama ulaa seensa olaanaa Paarkii Inxooxxoo akkasumas inni 3ffaan ammoo seensa Sulultaarraan kan ijaarramaan.

Iddoowwan konkolaataa dhaabbii kunneen baldhina meetir skuweerii 14,063 kan qabanii yoo ta’u, al tokkotti konkolaattoota 450 dhaabuu danda’uu jedhameera.

Iddoowwan dhaabbii konkolaattoota kunneen  jiraattoota magaalichaa fi tuuristoora Paarkii Inxooxxoo daawwachuf haala mijata uumuuf ta’uu ragaan Abbaa taayichaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.