Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi marsaa jalqabaa daandii ariitii Mojoo – Hawaasaa %88 xumurameera

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) –Ijaarsi marsaa jalqabaa daandii ariitii Mojoo – Hawaasaa %88 xumurameera.
 
Ijaarsa daandii Mojoo – Maqii kiilo meetira 56 keessaa kan kiilo meetirri 50 xumurameera.
 
Daandiin ariitii Mojoo – Hawaasaa kiilo meetira 202 kan uwwisu yammuu ta’u, baajatni Birrii biiliyoonni 13.8 qabameefira.
 
Ijaarsi marsaa jalqabaa baatii 5 booda ni xumuramaan eegama.
 
Haaylayyasuus Makoonnatu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.