Fana: At a Speed of Life!

Ingiliz dorgommii xumuraa Waanca Addunyaaf geesse

Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Ingiliz tapha xumuraa Waanca Addunyaaf qaqqabuun ibsame.

Gareen dubartootaa Ingiliz Awustiraaliyaa 3 fi 1’n ijifachuun tapha xumuraaf qaqqabaniiru.

Gareen Biyyalessaa Kubbaa Miilaa Ingiliz bara 1966 booda yeroo jalqabaaf dorgommii xumuraaf kan qaqqaban yoo ta’u, Dilbata dhufu gita isaanii Ispeen waliin tapha xumuraa ni taphatu jedhameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.