Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan olaantummaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan xumurame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Guyyoota Jahaaf Istaadiyeemii magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan injifannoo waliigalaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan xumurameera. Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sadarkaa 2ffaan, Naannoon Oromiyaa ammoo sadarkaa 3ffaan xumuraniiru. Ityoophiyaa :-…
Read More...

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Priimayeer Liigii Ityoophiyaatti makamuu mirkaneeffate. Tapha xumuraa liigii olaanaatiin Laga Xaafoo Laga Daadhiin, goolii 4fi 0n Sandaafaa…