Fana: At a Speed of Life!

Itiyoo Teeleekoom barattoota qaama midhamtootaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Itiyoo Teeleekoom Fedeereshinii Waldaalee Miidhamtoota Qaamaa itiyoophiyaa waliin ta’uun barattoota qaama midhamtootaf deeggarsaa meeshalee Birrii miiliyoona 8’tti tilmaamamanii taasise.

Dhaabbatichi barattoota kutaa biyyattirraa walitti babba’an 500 ‘f kan taasifamu ta’uun eerameera.

Deeggarsi taasifames, ‘Wiilchaarii’, ‘Kiraanchii’, Ulee tumsituu Qaroo Dhabeeyyi fi meeshaalee dhagga’uuf tumsan ta’uun ibsameera.

Taarikuu Waldasanbatitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.