Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa’ii Moobaayilii Idil addunyaarratti qoodde

Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa’ii Moobaayilii Idil addunyaa 2023 Fiinteekirratti qooddeerti.

Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Teeleekoom Fireehiyiwaat Taammiruun Yaa’ii Moobaayilii Idil addunyaa Ruwaandaa Kiigaalitti gaggeeffamaa jirutti hirmaachaa jiru jedhame.

Teelee Birriin ce’umsa Diijitaala Itiyoophiyaa saffisiisaa jiraachuu waltajjicharratti kaasaniiru.

Bu’aa Teelee Birri galmeessaa jiru Teeknooloojii Moobaayilaa babal’isuun ce’umsa Diijitaalaa Ardichaa saffisuu fi guddina hunda galeessa mirkaneessuu keessatti faayidaa olaanaa hubachiisaniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.