Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan waltajjii misooma Damee Albuudaa Chaayinaatti gaggeeffamerratti hirmaatte

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waltajjii misooma Albuudaa fi Dameewwan biroo Chaayinaatti gaggeeffamerratti hirmaachuu ibsameera.

Waltajjichaarratti abbootiin qabeenyaa damichaa 300 ol hirmaachuu Komishinarri Komishinii Invastimantii Itiyoophiyaa Lalisee Nameen ibsaniiru.

Albuudaa fi dameewwan biroon xiyyeeffannoo barbaadanirratti mari’atamuu kaasaniiru.

Waltajjichi Itiyoophiyaaf carraa gaarii ta’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.