Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 250 mallatteessan

Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona dhibba 2fi miiliyoona 50 mallatteessaniiru.
Maallaqichi tajaajiloota Fayyaa, misooma qonnaa fi barnootaa biyyattii mirkaneessuuf kan oolu ta’uu himameera.
Waliigaltichi Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Baankii Addunyaatti Daayreektarri Ityoophiyaa, Eertiraa,Sudaanii fi Sudaan Kibbaa Osmaan Diyoon mallatteessuu ragaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.