Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan dhibee vaayraasii koroonaa ittisuuf carraaqqii taasiftu Chaayinaan kan tumsituu ta’uu beeksifte

Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan dhibee vaayraasii koroonaa ittisuuf carraaqqii taasiftu Chaayinaan kan tumsituu ta’uu beeksifte.
 
Sababa vaayrasii koroonaan Chaayinaan qormaata cimaa keessa yeroo turteetti mootummaan Ityoophiyaa fi ummanni Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun quqqama qaban agarsiisuu isaanii Ityoophiyaatti Imbaasiin Chaayinaa beeksiseera.
 
Kunis hariiroo hunda galeessa, obbolummaa fi michummaa gaarii biyyoota lamaanii ifatti muul’ise ta’uu ibsameera.
 
Maddi:-TOI
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.