Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 336 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirra gara biyyaa Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.

Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.