Fana: At a Speed of Life!

Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii ga’e

Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii Magaalaa Buudaapeesit ga’eera.

Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara sana imaluu isaa ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.