Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan durfamu godina Daawuroo gale

Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan durfamu godina Daawuroo aanaa Loomaa Boosaa galeera.
Jilli kun wayita aanaa Loomaa Boosaa magaalaa Yaaloo ga’u simannaa hoo’aan taasiifameefira.
Miseensonni jilichaa ashaaraa magariisaa kaa’uun manneen namoota harka qalleeyyii kan haaroomsu ta’uu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godina Daawuroorraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.