Fana: At a Speed of Life!

Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galan

Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) –  Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galaniiru.

Jilli kun buufata xiyyaara Tewodroos Gondar si’a ga’u itti aantuun kantiibaa magaalaa Gondar Mastawaal Siyyum fi hoggantoonni hojii naannichaa biroon simataniiru.

Jilichi Ityoophiyaatti ambaasaaddara Eertiraa Ambaasaaddar Sammare Ra’isoomin durfama.

Magaalaa Gondaritti ayyaanni Cuuphaa guyyaa har’aa haala ho’aan kabajama jechuun Soddoo lammaatu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.