Fana: At a Speed of Life!

Jilli Hojii Raawwachiiftuu olaantuu Ityoo Teelee Koomiin durfamu waltajjii Moobaayilii idil addunyaarratti hirmaachaa jira

Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Ityoo Teelee Koom Fireehiyiwaat Taammiruun durfamu waltajjii Moobaayilii idil addunyaarratti hirmaachaa jira.

Jilichi turtii isaan hojmaata Teelee Birriin maallaqa daddabarsuurratti muuxannoo argame biyyoota biroof qooduu ibsameera.

Dabalataan jilichi hojmaata haaraa fi biyyoota addunyaa sadarkaa olaanaan teeknooloojii oomishanii fi fayyadaman kan daawwatu ta’uu ragaan Ityoo Teelee Koomiirraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.