Fana: At a Speed of Life!

Jilli Kantibaa magaalaa Atlaantaan durfamu Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwate

Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Jilli Kantibaa magaalaa Atlaantaan Andiree Diikanisiin durfamu Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwateera.

Jilichi hoggantoota Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa waliin dhimmoota waloorratti mari’achuus ragaan Daandii qilleensicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.