Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu biyyoota Baha Afrikaatti daawwannaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Jilli itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu biyyoota Baha Afrikaatti daawwannaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Haala yeroo ammaa Ityoophiyaa biyyoota kanneen hubachiisuuf jilli kun naannichatti daawwannaa gaggeessuu eegaleera.
Jilli kun garee finxaaleyyii ABUT seeraatti dhiyeessuuf hojii olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjetamaa jiru ilaalchisee ejjennoo mootummaa irratti ibsalaateera.
Daawwannaan kun biyyoota naannichaa 6 ni uwwisa jedhameera.
Yaa ta’uutii odeeffannoon jilli Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin jaarsuummaa ta’uuf gara sana imale jechuun miidiyaalee garaagaraan tatamsa’aa jiru soba ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muuli’sa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.