Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba’uun ibsan

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba’uun ibsaniiru.

Jiraattoonni kunneenni shira garee ABUTtiin Ityoophiyaan hin diiggamtu, gochaa seeraan alaa garichaa hawaasni idil addunyaa balaaleeffachuu qaba, qocholaa garichaa tokkummaan qolachuu qabna sagalee jedhu dhageessiisaniiru.

Qabeenya keenya kan ta’e deeggarsa Hidhaa Haaromsaaf taasiifnu cimsinee itti fufna jechuu isaanii Raadiyoon Naannoo Kibbaa gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.