Fana: At a Speed of Life!

Kaameeraa xiqqoo safarri ishee miilii meetira 1gadi taate

Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Oomisha Kaameeraa Ammayyaa Oomniiviizyiin Kaameeraa daraan xiqqoo taate beeksiiseera.

Dhaabbatichi Kaameeraa daraan xiqqoo tajaajila yaala fayyaaf ooltu beeksiiseera.

Kaameeraan tun ‘OVM 6948’ jedhamuun moggaafamteerti.
Kaameeraan miilii meetira 0.65 x miilii meetira 0.65 safaramtu tun Miilii Meetira 1.158 kan dheerrattu ta’uu ibsameera.

Kaameeraa daraan xiqqaa addunyaa ta’uun galmee dinqisiisoorratti galmaa’uu ishee seentaraal Oodit gabaaseera.

Tajaajila Yaala fayyaa kutaalee qaama keessaaf daraan filatamtuu ta’uu ishee eerameera.

Wantoota qaama namaa keessa jiran kanneen miil’uuf daraan rakkisoo ta’an qulqullinaan kan argisiiftu ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.